EMYC

Dargaggoota Muslima Magaalaa Shaggar sagantaa Hundeeffama isaa gaggeessa Jira!!

Ebla 22/2017 Finfinnee

Mana Marii Ol’aanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Shaggaritti Liigiin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Shaggar bakka Kabajamoon Pireezdaantii Majliisa Shaggar Dr. Mohammedsalih Jamaalii fi Miseensa Koree hojii Raawwachiiftu Majliisa Shaggar, Pireezdaantii Liigii Dargaggoota Itiyoopjiyaa Ustaaz Hayder kadir, Miseensa Koree Hoji Raawwachiftu fi Itti Gaafatamaa Dargaggoota Oromiyaa Ustaaz Shuayib Shamsuu bakka jiranitti guyyaa har’aa Galma Bilaalul- Habashiitti sagantaa hundeeffama isaa gaggeessa Jira.

Odeeffannoo dalabalataa qabannee dhufnaa!

Related Post

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Compare